Jeremiah 32:3 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hayyu Sedekiati achiti na hid'e, waan nani jed'e, Atini maafi AABBO Waaqati akana jed'e jette dubbi akana tana fadda? Anati dira kana harka hayyu Babiloniti kenne, inni isa dabsate
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Wonti mootichi Sedeqiyaas hidhee achi keessa na kaayee fi wonti inni na himateef waan ani dubbii raagaa ka Rabbi natti dubbate isaanitti himeef; dubbiin sun mootiin Baabiloonii qachattii tana akka qabatu taasisu'uuf ta'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Yihuda'aa Zedeqiiyaan ka inni waan Mootiin Waan Maraa isatti mudhise raaga dubbateef isa hidhe sun, «Ati maaniif, ‹Mootiin Waan Maraa: Kunoo ani qachaa kana harka mootii Baabiloniititti dabarsee hin kenna; innille hin qabata.