Jeremiah 32:31 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami dira kana haguma gaafa duri isa jaaraniti haga arrale yayu na hiifachise na dallansiise. Tanaafi
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa qachattiin tun ijaaramte irraa jalqabee baniin isii keessa jiraatu guddisanii waan na aarsaniif ani qachattii balleessu'uuf murteesseera.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan qachaa kana haga ijaarameen jalqabanee haga ammaatitti na aarsanee waan na mufachiisaneef ani qachaa kana fuula kiyya duraa hin balleessa.