Jeremiah 32:34 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri waan hamtu harkaani boch'ani kad'ate mana maqa kiyyaani jaarani keesa kaye, akasiini t'ureese.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
San irra hulee woyyuu maqaan kiyya haa itti waamamu'uuf ijaarametti waaqolee tolfamaa jibbamaa dhaabanii batteessaniiran.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan waaqota dharaa ka jibbisiisu Galma maqaan kiyya keessatti waamamu keessa keyanee batteessane.