Jeremiah 32:36 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO, Waaqi Israeli, waan nani jed'e Yeremia, Biyyiti waan jettu, woraanafi beelafi d'ukubati dira kana harka hayyu Babiloniti marsa. Amma dubbi d'ibi anini jed'u ch'aqasi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi Waandhi Israa'elii akkana naan jedhe, «Ermiyaas! baniin qachattii tana lolli, beellinii fi balaan akka isin mootii Baabiloonii jala taatu godhu'uuf ta'a jedhan waan ani jedhu ka biraallee dhagayi.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Isin kolbaan, ‹Qachaan kun sababa woraanaatiin, sababa beelaatii fi bala'aatiin harka Nebukadnezaarii mootii Baabiloniititti dabarfamee hin kennama› jettan; ani Mootii Waan Maraa Waaqi Israa'elii ammoo,