Jeremiah 32:37 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini worra ch'ufa lafa anini dallansu tiyyaani worra iti firfirse keesaa wolti guure fulla tanati deebise nagayaani teesisa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Banii ani lola kiyya guddaa ka akka ibiddaa bobawuun isaan bittinneesse biyya isaan itti bittinneesse maraa keessaa deebisee hulee kanatti wolitti isaan qabee akka nagayaan jiraatan isaan taasisa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
kolbaa aari'ii fi mufii tiyya jaddu'uun lafa itti bittinneesse mara keessaa dhugumaan wolitti hin qaba; gara addee tanaatitti deebisee isaan fidee akka isaan nageyaan le'anu hin godha.