Jeremiah 32:39 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini herega toko ch'alla worraa kenne: aka hojja ch'ufa dansuma ufitifi ta ilmaani isaaniti jed'ani na sodaatani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akka isaan kaayoo tokko qabaatan godha; wonti kana godhuuf akka isaanii fi ijoollee isaanii maraa wonti mishaan ta'u, akka hennaa maraa na kabajjaniif.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan yennaa mara akka na sodaatanu, isaaniif, sanyii isaaniitiifille wonni dansaan akka teetu, ani gadhaa tokkochaa fi yaada tokkocha isaaniif hin kenna.