Jeremiah 32:40 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini wold'aqisa jiru jireenna worra woliini tolfad'a. Waan dansa worraa tolchu illakisu, ammalle ufi sodaachisa, aka worri garaa tokooni na gula yae haga jiru naraa ingorre.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani isaan woliin waadaa baraa haga bara baraa gala; ani waan mishaa isaanii godhuu hin dhiisu; akka isaan dhugamaan na sodaatan godha; achiin maayessa isaan na irraa fuula ufii gara biraa hin deebifatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani gondooroo bara baraa isaan woliin hin godhadha; waan dansaa isaaniif godhiisa hin lakkisu; akka isaan na irraa hin fagaanneef, ulfinna akka isaan naaf kennanu hin godha.