Jeremiah 32:41 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini waan dansa worraa tolche, lafa tana keesati garaa tokooni teeso dansa worraa kenne huji sunile iraa gammada.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Anillee yoo waan mishaa isaanii godhu hin gammada; ani fedha kiyyaan dhugamaan lafa tana irratti isaan ijaara.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani waan dansaa isaaniif godhiisatti hin gammada; ani dhugumaan gadhaa kiyyaa fi yaada kiyya tokkochaan akka isaan lafa tana keessa le'anu hin godha.