Jeremiah 32:42 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Akuma anini badii worra kanatini d'ufe, akasuma waan dansa worraa kakhad'e ch'ufa kennaafi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Ani akkuma banii kana maraa irratti badii kana maraa fide akkasuma waadaa waan mishaa isaanii gale isaanii kenna.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Kolbaa tana irratti badii guddoo tana mara akkuma fide, waan dansaa isaaniif waadaa gale mara isaaniif hin kenna.