Jeremiah 32:43 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Biyyiti, lafti tunini lafa aloo ta namaafi bineensi keesa inteenne taate, worra gosa Babiloniti kennani jetti. Ammo lafa tana keesati deebiani oobru bitatani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Lafa isin ‹lafattiin waan worra Baabilooniitii kennamteef ona namninii fi busaawaan keessa hin jiraanne taati› jettan tana keessatti lafa qonnaa bitu'uu fi gurguruun deebi'ee jalqabama.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Lafa isin, ‹Latti tun harka worra Baabiloniititti dabarfantee waan kennanteef, ontee ta nami yookiin horiin keessa hin jirre teeteerti› jettanu tana keessatti nami deebi'ee fichaa hin bitata.