Jeremiah 32:5 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle Sedekia lafa Babiloni geesani, haga anini waan fed'u isa tolchuti inni achuma taa. Yo inni worra Babiloni had'ele indabsatu. Nami dubbi tana jed'e ana, AABBO Waaqa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Sedeqiyaasiin gara Baabiloonii geessanii haga ani isa ajjeesuuf inni achuma jiraata; yoma worra Baabiloonii woliin wol lolu'uuf ka'ellee hin milkaawu; ka waan kana dubbate ana Rabbi.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni Zedeqiiyaa gara Baabilonii hin geessa; haga ani murtee isaaf kennutti inni achuma tura; worra Baabilonotaa yoo loltanelle hin injifattanu jedha› jette» jedhe.