Jeremiah 32:7 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hanamelini ilmi abuyya kanke Shalamu, siti d'ufe waan siini jed'u, oobru tiyya ta Anathothi jirtu bitad'i, miilooni tiyya aantini ta bitachuu malte sii.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Anaami'eel ilmi Shaaluumii abbeeraan kee obboleessi abbeetii lafa kutaa Biiniyaamii ka Anaatootiin keessatti argamu akka isa irraa bittu si gaafatu'uuf gara kee dhufa; ati fira isaa ka dhiyo'oo waan taateef lafa san bituu si barbaachisa»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
‹Hanaami'el ilmi obboleessa abbaa keetii Shaalum, gara keeti dhufee: Ati fira aanti'ii waan teeteef, fichaa kiyya ka qachaa Anaatotii bira jiru, akka seeraatitti wodatiisaaf mirga qadda si'iin hin jedha› anaan jedhe.