Jeremiah 32:8 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani akuma AABBO Waaqi nani jed'e, oboleesi kiyya Hanameli naabo suni keesati nati d'ufe waan nani jed'e, Oobru tiyya ta Anathothi, ta lafa Benjamini keesa jirtu, bitad'i. Miilooni tiyya aantini ta bitachuu malte sii. Duuba akasiini anini aka AABBO Waaqi nani dubbate hubad'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Anaami'eel akkuma Rabbi dubbatetti gara kutaa worra eeguu hulee ani itti hidhamee dhufee «Ati lafa bitu'uuf seerri waan sii kennuuf biti» naan jedhe; sababaa kanaaf akka Rabbi natti dubbate beeke.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Akkuma jechi Mootii Waan Maraa jedhe, ilmi obboleessa abbaa kiyyaa Hanaami'el badhinna mana hidha'aa ka addee eeddotaatitti gara kiyya dhufee, ‹Fichaa kiyya ka qachaa Anaatotii bira lafa Beniyaaminii keessa jiru akka seeraatitti wodatiisaaf nami mirga qabu si waan teeteef, wodadhuu ifiif hamburadhu› anaan jedhe; maarre anille tun akka jecha Mootii Waan Maraa teete beekee,