Jeremiah 33:1 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ato anini ammalle hid'aansa naabo kaani keesa jiru, ammalle AABBO Waaqi naani dubbate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Uduma ani kutaa worra balbala eeganii ka mana mootumma'aa keessatti hidhamee jiru dubbiin Rabbii deebi'ee gara kiyya dhufe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ermiyaas badhinna eeddotaa ta badhinna Galma Waaqaa duraa keessatti mana hidha'aa keessa adoo jiruu, jechi Mootiin Waan Maraa yennaa lammeesso'oo gara isaa dhufee,