Jeremiah 33:10 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi waan jed'u, Biyyiti waan jettu, fullaani tunini lafa aloo ta namafi saa inqamne fakaati. Worri d'uga dubbate; diri Yudatifi karaani Yerusalemuleeni duwa, namaafi saaileeni keesa injiru. Ammo fulla tanati, ammalle
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi akkana naan jedhe, «Ermiyaas! ‹lafti tun ona namnii fi busaawaan keessa hin jiraanne› jettee dubbatte henna'aaf sirri'i; qachoonni Yihuuda'aatii fi karaan hedduu ka Yerusaalemii ona namni kamuu yookaan busaawaan keessaa hin mudhanne; guyyaa tokko garuu hulee kana keessatti laagaa gammachu'uutii fi ka usheexxu'uutitu dhagayama.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Isin marroo addee tanaa, ‹Latti tun goomolee duwwaa, ta namii fi horiin keessa hin jirre› jettan; te'uu malee qachaa Yihuda'aatii fi karaa Yerusaalemii ka namii fi horiin keessaa dhabamanee goomolee duwwaa hafe kana keessatti deebi'ee,