Jeremiah 33:12 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi guddaani waan jed'u, lafa aloo fakaatu ta namaafi saa inqamne tana keesa takaa tana marri dansaani iti bahe, tissituuni achiti hori tissiti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waandhi banii maraa akkana jedha, «Lafa onaa ka namninii fi busaawaan keessa hin jiraanne taate tana keessatti deebi'ee hulee tisseen hoolota ufii itti yaafattu ta'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa Ka Waan Mara Dade, «Addee goomolee duwwaa ta namii fi horiin keessa hin jirre tana keessatti, qachoota isi'ii mara keessalle'etti, tissitooti addee horiin tikatuu fi addee horiin ciisu deebi'anee hin dhaggatan.