Jeremiah 33:15 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gaafasi anini d'aloota Daudi keesa nama d'ugaa toko fohad'e, hayyu tolcha. Inni waan d'ugaatifi ka qajeela lafa suni keesati tolcha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani hennaa san mootii balchaa fiixaa Daawitii keessaa fila; mootichi sun biyyattii keessatti waan balchaa godha; murtii dhuga'aallee hin murteessa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Bara sanii fi yennaa san ani sanyii Daawitii keessaa mootii balchaa hin kaasa; inni lafa irratti haqaa fi waan sirrii te'e hin huja.