Jeremiah 33:17 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi waan jed'u, Nama d'aloota Daudi, ka hayyu Israeli tahu ind'abani,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mootiin Israa'eliin irratti mooyu fiixaa Daawitii keessaa sirima akka hin dhabamne ani Rabbi dubbadheera.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Sanyii Daawitii keessaa barcumaa mootummaa Daawitii irra ka tee'ee, Israa'elii ka bulchu ijjumaa hin dhabamu.