Jeremiah 33:18 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
ammalle qaalole gosa Lawi ta naa hojate, sorio gubanifi mid'aani Waaqa baasanifi sorio d'ibile baaftu ind'abani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkasuma gadoonni ciincaa ciincawu, ciincaa midhaaniitii fi ciincaa biraa naa dhiyeessa'aa na tajaajilan gosa Leewwi'ii keessaa sirima hin dhabamu.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Hayyoota sanyii Lewwi'ii keessaa worra yennaa mara kennansa gubamu dhikeessiisaaf, kennansa midhaanii gubiisaaf, ciincaa dhikeessiisaafille, nami fuula kiyya dura dhaabbatu hin dhabamu» jedha.