Jeremiah 33:2 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi ka lafa uume mid'aase jabeese, ka maqaani isaa AABBO Waaqa, waan nani jed'e,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbiin lafa midhaassee uumee akka isiin itittee jiraattu taasise natti dubbate; maqaan isaa Rabbii Goofta'a;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Mootii Waan Maraa ka lafa dade, ka akka itti godhee addee isi'iititti dhaabe, ka maqaan isaa ‹Mootii Waan Maraa› jedhame,