Jeremiah 33:20 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini yayu halkanifi guyyale wold'aqisa woliini tolfad'e, aka worri hojja ch'ufa hojuma malte gula d'ufu; wold'aqisa suni dandaani inch'absani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Waadaan ani Daawitii tajaajilaa kiyyaa ilma teessoo isaa dhaalu isaa kennu'uuf gale hennaan waadaan worra Leewwotaa ka na tajaajilaniif galee guyya'aa fi halkan itti diiggamu murteesse akka dhufu seera isaanii kenne yoo namni diiguu danda'u isin keessa jiraate,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Mootiin Waan Maraa, ‹Guyya'aa fi halkan yennaa ifii eegatanee akka te'anuuf, seerata ani murteesse, isin keessaa eennulle yoo diiguu dande'e qofa,