Jeremiah 33:22 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini d'aloota hojattu tiyya Dauditifi qaalole gosa Lawi daraarse lafa ira dabarsa duuba akanaani worri lafa ira dabre, akuma urji gubbatiifi maansa afaani galaanale dandaani inhenne worrale akasuma dandaani inhenne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu ani fiixaa tajaajilaa kiyya Daawitii fi laakkobsa gadoota gosa Leewwi'ii hin baay'isa; baay'inni laakkobsa isaanii akka xidhacha galaana keessaatii fi akka urjii sami'ii ta'a.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Sanyii tajaajilaa kiyya Daawitiitii fi hayyoota sanyii Lewwootaa worra ana tajaajilanuu akka urjoota ol-gubba'aa ta laakkowamuu hin dandeenneetii fi akka maansa abbaayaa qarqaraa ka safaramuu hin dandeennee hin baceessa› jedha» jedhe.