Jeremiah 33:25 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo anini, AABBO Waaqi, yayu halkanifi guyyale wold'aqisa woliini tolfad'e seera lafafi gubbaani gula deemtule tolche.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi ammallee akkana jedhe, «Ani waadaa seera halkanii fi guyya'aa ka ardi'iitii fi ka sami'ii ka hin jijjiiramne kennee ka hin ijaarre yoo ta'e,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa, ‹Guyya'aa fi halkan yennaa ifii eegatanee akka te'anuuf, ka seerata murteesse, ol-gubba'aa fi lafaaf seera hin jijjiiranne ka dhaabe na yoo hin te'in qofa,