Jeremiah 33:26 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba akuma anini waan kana tolche, akasuma anini wold'aqisa kiyya, ka anini d'aloota Yakobotiifi hojattu tiyya Daudi woliini tolfad'e jabeesa. Anini d'aloota Daudi keesaa nama toko, ka d'aloota Abrahamutifi Isaaqofi Yakobo fidu fohad'a. Anini gumi tiyyaa nahe, worrileeni deebie wo horata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
fiixaa Yaaqoobiitii fi tajaajilaa kiyya ka Daawitii dhiiseera jechu'u; kana jechuun ani mootii fiixaa Abrahaamii, ka Yisaaqii fi Yaaqoobiin irratti mooyu tajaajilaa kiyya Daawitii nama tokkollee hin moosifneef jechu'u; ani isaanii araarama; waan isaan jalaa booji'amellee isaanii deebisa.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
ani sanyii Yaaqoobiitii fi sanyii Daawitii tajaajilaa kiyyaa lakkisee, sanyii Daawitii keessalle'ee, sanyii Abrahaamii, sanyii Yisihaqiitii fi sanyii Yaaqoobii irratti mootii ka te'u hin filu jechu'u; ammoo worra booji'ame deebisee fidee, isaaniif hin marara› jedha» jedhe.