Jeremiah 33:3 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Na yaami si, jalaa owaad'a, duuba waan mama dansa ka atini waan isii imbeenne siti hima.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni akkana naan jedhe, «Na waamadhu ani sii deebisaa, waan gugurdaa armaan dura argitee hin beennee fi ka eennullee qoree bira gayuu hin dandeenne sitti mudhisaa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
inni, ‹Na waammadhu! Anille si'iif hin deebisa; waan guddoo ati hin beenne ta ati qorqortee bira hin geenne sitti hin hima› jedha.