Jeremiah 33:6 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo anini dira kanafi nama isa keesa tau, d'ukuba iraa d'owe fayya kenneefi nagayafi hormaatale kennafi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Qachaa tanaa fi banii isii keessa jiraatan garuu deebi'ee fayyisa; nageenni isaanii guutuu ta'a; ani hulee marattuu nagayaa fi jireenna dhuga'aa isaanii baay'isa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Te'uu malee ani qachaa kana ade'etti deebisee, kolbaa isa keessaalle fayyisee, bidhaa malee nageyaan akka le'anu hin godha.