Jeremiah 34:1 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gaafa Nebukadrezani hayyu Babilonitifi duula isaatifi duuli gosa d'ibi ka lafti worraa finna isaa jala jirtuleeni d'ufe Yerusalemufi dira d'aatu jiru ch'ufa had'e, AABBO Waaqi nani dubbate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mootiin Baabiloonii Nabukadanatsoorii fi loltoonni isaa mootota bulchiinsa isaa jala jiranii fi bani'iin gargaarama'aa Yerusaalemii fi qachoota naannaya isi'ii jirtu irratti hennaa balaa lolaa irratti buusu Rabbi akkana jedhee natti dubbate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Baabilonii Nebukadnezaarii fi loltooti isaa marti, mootummootii fi gosi biyya adda addaa worri bulchiinsa isaa jala jiranu marti, Yerusaalemii fi qachoota adaala isi'ii yennaa loliisatti jiranu, jechi kun Mootii Waan Maraa biraa gara Ermiyaasii dhufee,