Jeremiah 34:10 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gumi ch'ufafi jaaroleeni ee jette, aka tisse ufi gad'iisani, deebiani tisse intolfanne. Worra akasuma gad'iisani,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Baniinii fi bulchoonni isaanii maruu garboota ufii akkanumaan bilisa gad dhiisu'uu fi deebi'anii akka garboota hin taasifne wolii galan; wolii galtee kanaan isaan maraa akkanumaan gad dhiisan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre qondaaltotii fi kolbaan marti worri gondooroo tana keessa jiranu, garboolee ifii ta dhiiraatii fi ta durraa bilisa baasiisaaf, haganaa achi garba akka isaan hin godhanne wolii galane.