Jeremiah 34:13 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waaqi Israeli waan nani jed'e, Waan atini gumi tanaani jettu: gaafa anini ababoota teesani lafa Misiri keesaa baase tissooma keesaa galakise, anini wold'aqisa worra woliini tolfad'e. Anini waan worraani jed'e,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi Waandhi Israa'elii akkana jedha, «Ani hennaa abboota teessan ta durii biyya Misirii mana garbumma'aatii bilisa isaan baase ani isaan woliin akkana jedhee waadaa gale.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Mootiin Waan Maraa Waaqi Israa'elii, ‹Ani abbootii teessan biyya Gibxi'ii keessaa garbummaa jalaa yennaa baase, gondooroo isaan woliin gondooradhee,