Jeremiah 34:18 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jaaroleeni Yudatifi ta Yerusalemutifi qaaloleefi jari worraa gugurdaani ch'ufti wold'aqisa na woliini tolfatani, korma looni ka worri gargari falaanse jiddu keesa yaani. Ammo worri wold'aqisa suni ch'abse, seera isaa jabeesu dide. Tanaafi anini worra kana waan worri sunini korma suni tolche tolcha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isin hennaa garboota teessan akkanumaan gad dhiisu'uuf waadaa galtan jibicha tokko goorraatanii bakka lama gootanii jidduu luftaniirtan; garuu isin waadaa sanii fi waadaa ani Israa'eliin woliin galellee diiddaniirtan; kanaafuu akkuma isin jibicha san gootan anillee isin irratti raawwadha.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Namoota gondooroo tiyya diiganuu fi jecha gondooroo sanii hin muummessine, ani akkuma jibicha isaan qalanee addee lamatti gargar baasanee wodhakkaa dabaranuu san isaan hin godha.