Jeremiah 34:2 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti AABBO Waaqi Israeli jed'e tana: Gara Sedekia hayyu Yuda, d'aqi waan jettuuni, AABBO Waaqi waan jed'u: Anini dira kana harka hayyu Babiloniti kenne, duuba inni gube balleesa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi Waandhi Israa'elii gara Sedeqiyaasii mootii Yihuuda'aa dhaqee akka, Ani «Rabbi qachattii tana mootii Baabilooniitii kenna; inni ibiddaan isii guba.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Mootiin Waan Maraa Waaqi Israa'elii, ‹Gara Zedeqiiyaa mootii Yihuda'aa dhaqiitii: Ani qachaa kana harka mootii Baabiloniititti dabarsee hin kenna; innille ibiddaan hin guba.