Jeremiah 34:20 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini worra harka nyaapa isaani, ka worra ijeesu fed'uti kenne, reefi worraa sagale allaatitifi ta bineensa ala taha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
diintota lubbuu isaanii balleessuu barbaadanitti isaan kenna; reeffa isaanii maraa allaattii samii irra bararuu fi bineensa lafa irraatitu nyaata.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
ani harka diinota isaan ijjeesiisaaf barbaadanutti dabarsee isaan hin kenna; reeffi isaanii allaatti'ii fi bineensotaaf sagalee hin te'a.