Jeremiah 34:22 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini qonqo iti erge, duuba worri dira kanati deebie, dabsate gube balleesa. Anini dira Yuda ch'ufa balleese lafa aloo ta nami keesa injirre tolcha. Nami dubbi tana jed'e ana, AABBO Waaqa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Ani ajaja kenna; isaanillee gara qachattii tanaa deebi'anii balaa buusanii qabatanii isii guban; qachoota Yihuudaa keessatti argaman maraa ona eennullee keessa hin jiraanne taasisa; ka waan kana dubbate ana Rabbi» jedha.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kunoo, loltooti mootii Baabilonii gara qachaa kanaa akka deebi'anu hin ajaja; isaan qachaa kana lolanee hin qabatan; ibiddalle'een hin guban; ani qachoota Yihuda'aa mara ona hin godha; nami tokkolle achi keessa hin le'u› jedheeraayyu» jedhe.