Jeremiah 34:6 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani anini d'aamsa kana hayyu Sedekia ka Yerusalemu jiruti hime,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa ani dubbii raagaa kana Yerusaalemitti Sedeqiyaasitti hime;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba raagichi Ermiyaas waan kana mara Yerusaalem keessatti, Zedeqiiyaa mootii Yihuda'aatitti hime;