Jeremiah 34:7 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
ka duuli hayyu Babiloni dira suni had'uu jiru. Duuli sunini Lakishifi Azekale had'uu jira. Dira jabeesani jaarani, ka Yuda keesati hafe, dira lamaani suni ch'alla.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Loltoonni mootii Baabiloonii Yerusaalem achillee darbee qachoota dhokatan ta Laakishii fi Azeeqaa jedhaman ta Yihuudaa keessatti dhokatanii hafan irratti balaa buusa'aa turan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
yennaa san loltooti mootii Baabilonii qachaa Yerusaalemiitii fi qachoota Yihuda'aa ka dalleya dhaka'aa qabanu keessaa adoo hin qabamin ka hafaneeranu Laakiishii fi Aazeqaa qofa waan te'aneef loliisatti jiran.