Jeremiah 35:11 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo gaafa Nebukadrezani, hayyuuni Babiloni lafa teenna had'u d'ufe, nu waan jenne, koota, Yerusalemu yaana, aka duula Babilonitifi ka worra Shamu duraa baanu. Duuba nu akasiini Yerusalemuti hamne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Garuu hennaa Nabukadanatsoor mootiin Baabiloonii dhufee biyyattii marse nu loltoota Baabilooniitii fi loltoota Sooriya'aa jalaa dheessinee bayu'uuf gara Yerusaalemii dhaquu murteessineerra; nu amma wonti Yerusaalemiin keessa jiraannuuf kana.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Baabilonii Nebukadnezaar dhufee lafa tana yennaa qabate ammoo, nuuti, ‹Loltoota Baabiloniitii fi Sooriya'aa jalaa baqatiisaaf, kowa'a, gara Yerusaalemii deenna› jennee murteeffanneera; tanaaf as Yerusaalem keessa turre» jedhane.