Jeremiah 35:2 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gara worra gosa Rekabu d'aqi waan jettuuni, koota, Mana Waaqa keesa mana d'aatu toko duuda, daad'i d'uga.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Gara maatii worra Reekaabotaa dhaqii isaan dubbis; achiin maayessa gara kutaa mana woyyu'uu tokko keessa seensisii daadhii woyini'ii ka dhugan kenniif»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Gara maatii worra Rekaabotaa dhaqiitii, gara Galma Waaqaa isaan fidi; kolloo cinaa Galma Waaqaa jirtu keessaa takkatti'itti galchiitii daadhii woyni'ii isaan obaas!» jedhe.