Jeremiah 35:3 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba anini Yaazania, ilma Yeremia, ka ilma Habaseniatifi oboleyaanifi ilmaani isa ch'ufa, (worra gosa Rekabu ch'ufa) fuud'e,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaaf ani ilma Ermiyaasii Azaaniyaa ilma Habaadiyaanii, obboleewwan isaa ijoollee isaa maraa fi maatii Reekaabotaa maraa achi fide.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre ani gara akaakoo Habazneya'aa, ilma Ermiyaasii Yaazaaniyaa bira dhaqee obboleeyyan isaatii fi ilmaan isaa mara, maatii worra Rekaabotaa mara fide.