Jeremiah 35:4 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Mana Waaqatini d'ufe, fulla jari raaga Hanani, ka ilma Igdalia, jiru geese. Fullaani sunini fulla Maaseyaani, ilmi Shaluma, ka Mana Waaqa keesa huji jabdu qabu, iti galu d'aatu jirti, ammalle isiini d'aatu fulla hojattuuni d'ibiini iti galtu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani isaan gara mana woyyumma'aa ka namni Rabbii ilmaan Hanaaniyaa ilma Hagdaaliya'aa keessa jiraatan keessa isaan fide; kutaan sun kutaa worra baallii qabaniititti aanee kutaa Maa'iseeyaa ilma Shaalu'ii balbala eeguutii oli.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Gara Galma Waaqaa isaan fidee, kolloo ilmaan Haannaanii, ilma Gidaaliyaa raagichaa keessa isaan teessise; kolloon sun kolloo bulchitootaatitti aantee, kolloo Ma'aseyaa ilma Shaalumii ka balbala eeguutiin gubbaa jirti.