Jeremiah 35:5 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani anini muduunufi qori ta daad'iini miju worra Rekabu dura kaye, Daad'i d'uga jed'eeni.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani daadhii woyini'ii makarajjii guutu'uu fi mijuu Reekaabota afoo kaayee «Mee daadhii woyini'ii kana dhugaa'a» isaaniin jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba ani daadhii woyni'ii qori'ii fi muduunu'utti guutee worra maatii Rekaabotaa dura keyee isaaniin, «Daadhii woyni'ii tana una'a» jedhe.