Jeremiah 35:6 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo worri waan nani jed'e, Nu daad'i ind'unnu. Ababooni keenna Yonadabuni ilmi Rekabu, nu gorse waan nuni jed'e, isanifi d'alooti keesanileeni daad'i ind'ugina.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan garuu akkana jedhanii naa deebisan, «Nu daadhii woyini'ii hin dhunnu; Iyyonaadaab ilmi Reekaabii abbaan keenna nu'uu fi fiixaan keenna maruu akka daadhii woyini'ii hin dhunne nu ajajeera.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan ammoo deebisanee, «Abbaan abbootii teenna ta durii Yonaadaab ilmi Rekaabii, ‹Isinii fi sanyiin teessan daadhii woyni'ii ijjumaa hin unina'a› jedhee waan ajajeeruuf, nuuti daadhii woyni'ii hin unnu!