Jeremiah 36:11 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Mikayaani, ilmi Gemaria, ka ilma Shafani, waan AABBO Waaqi jed'e, ka woraqata suni keesati t'aafani, d'agaye.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mikiyaas ilmi Gamaariya'aa ka ilma Saafaanii dubbii Rabbi dubbate maraa Baarook kitaaba maramaa irraa dubbisu dhagaye.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akaakoon Shaafaanii ilmii Gemaariya'aa Miikaayaan jecha Mootii Waan Maraa mara kitaaba maramaa keessaa yennaa dhage'e,