Jeremiah 36:12 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba kae mana hayyu, fulla nami woi t'aafu tau, ka hojattuuni ch'ufti arti jirtu, d'aqe. Jari hojattu suni ka arti jiru kana: Elishama, ka tatabe t'aafu, Delaya ilma Shemaya, Elnathani, ilma Akbori, Gemeri, ilma Shafani, Sedekia, ilma Hanania, ammalle hojattu taani d'ibi ch'ufale.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni gara kutaa mana mootumma'aa hulee barreessaan worra baallii qaban itti argamanii dhaqe; barreessaan Eelshaamaa'i, Dalaayaan ilmi Shamaa'iya'aa, Eelnaataan ilmi Akiboorii, Gamaariyaan ilmi Safaaniyaanii, Sedeqiyaas ilmi Hanaaniya'aatii fi worri baallii qaban kuuwwanillee achi turan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
inni addee qondaaltoti marti: Eliishaamaan barreessichi, ilmi Shemaariya'aa Delaayaan, ilmi Akborii Elnaataan, ilmi Shaafaanii Gemaariyaan, ilmi Hanaaniya'aa Zedeqiiyaan ta qondaaltoti dhibiin martille tee'aneeranu, gara kolloo barreessicha mana mootumma'aa gad bu'ee,