Jeremiah 36:15 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri waan jed'eeni, Tai, nuu soomi. Duuba Barukuni tae worraa soome.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan «Amma taa'ii barreeffama kana nuu dubbisi!» jedhaniin; Baarookillee akkuma isaan isa ajajan godhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaanille Baarukiin, «Tee'iitii, maganne'e, nu'uuf dubbisi!» jedhane; innille isaaniif dubbise.