Jeremiah 36:17 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani worri isaa gaafate waan jed'eeni, Waan kana ch'ufa eenu iraa d'ageete t'aafte? Yeremiati siti hime?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Achiin maayessa «Attamitti akka waan kana barreessite nutti himi wonti ati barreessite kun dubbii Ermiyaas afaaniin sitti himee?» jedhanii isa gaafatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba, «Me, waan kana attam akka barreessite, nutti himi? Ermiyaasitti afaaniin sitti himee?» jedhanee Baaruk gaafatane.