Jeremiah 36:18 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Barukuni waan jed'eeni, Ee, inni dubbi tana ch'ufa nati hime jennaani anini kalamu wino fuud'e woraqata kana irati t'aafe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Baarook «Dhuga'a! dubbii kana ka tokko tokkoon natti hime Ermiyaas; anillee kitaaba maramaa kana irratti qalamaan barreesse» isaaniin jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Baarukille deebisee, «Ee, isattuu jecha kana mara afaaniin natti himee, ani kitaaba maramaa irratti hallu'uun barreesse» jedhe.