Jeremiah 36:2 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Woraqata fuud'i, waan Israelitiifi ka Yudatifi ka gosa d'ibi ch'ufa, ka anini siti hime, irati t'aafi. Yo t'aaftu, waan anini qara gaafa duri, ka Yosiani lafa mohateti asi haga arra siini jed'e, ch'ufa, irati t'aafi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Ani Rabbi hennaa sitti dubbachuu jalqabe jechuun hennaa Iyyoosiyaas mooye irraa jalqabee haga ammaa waan Israa'elii, waan banii Yihuuda'aatii fi waan banii kaawwanii dubbii sitti hime maraa kitaaba maramaa irratti barreessi.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Kitaaba maramaa fuudhiitii dubbii ani marroo Israa'elii, marroo Yihuda'aatii fi marroo gosa biyya adda addaa mara, bara mootummaa Yosiyaasiitii jalqabee haga ammaa si'itti dubbadhe mara irratti barreessi.