Jeremiah 36:20 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jari hojattu kaani woraqata fuud'e, mana Elishama namicha tatabe t'aafu keesa kaye, gara naabo hayyu d'aqani waan ch'ufa hayyuti himani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri baallii qaban kitaaba maramaa kutaa Eelshaamaa'ii barreessa'aa keessa kaayanii gara hulee mootichi bayuu dhaqanii waan ta'e maraa isatti himan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Qondaaltoti kitaaba maramaa san kolloo Eliishaamaa barreessichaa keessa keyanee, gara badhinna mana mootumma'aa dhaqanee, waan mara mootichatti himane.