Jeremiah 36:22 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gaafasi adolesa, hayyuleeni mana ufi keesa tae ibida qanqamata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ji'a sagaleesso'ootitti hennaan sun waan ganna ta'eef mootichi mana mootumma'aa keessa hulee ibidda itti bobeessan bira taa'e.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaan sun ji'a sagaleesso'oo, ganna waan te'eef, mootichi mana ji'a gannaa itti dabarsu keessatti, suunsuma ibiddi irratti gabbatiisatti jiru bira tee'ee o'ifataayyu.