Jeremiah 36:23 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Akuma Yehudini dubbi lamafi sadi soome hobaasuni hayyichi haaduni ch'ire ibida keesa buusa. Akasiini woraqata ch'ufa gube hobaase.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkuma Yihuudiin kitaaba maramaa san fuula sadihii fi afur dubbisa'aa fixuun mootichi tarsaasa'aa ibidda keessa buusa ture; akkuma kanaan kitaaba maramaa maraa gubee fixe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akkuma Yehud kitaaba maramaa san keessaa fuula afur yookiin fuula sad dubbiseen mootichi kitaaba maramaa isaaf dubbifame san seenxi'iin kukkutee haga gubatee dhumatutti, suunsuma ibiddi irratti gabbifame san keessa buuse.